ጅማ ዩኒቨርሲቲ ለአፍሪካ ቀንድ አጎራባች ሀገራት ስልጠና ሰጠ

ጅማ ዩኒቨርሲቲ ለአፍሪካ ቀንድ አጎራባች ሀገራት ስልጠና ሰጠ
ጅማ ዩኒቨርሲቲ: ነሐሴ 12/2013ዓ.ም
***************************************
ስልጠናዉ በጅማ ዩኒቨርሲቲ ትሮፒካልና ተላላፊ በሽታዎች ምርምር ማዕከል የወባ በሽታ አስተላላፊ በሆኑ ትንኞች ስነ-ህይወት ዙሪያ ጥልቅ ግንዛቤ ለማስጨበጥ የሚረዳ ነዉ ተብሏል፡፡
በሰኮሩ ወረዳ ግልግል ጊቤ አካባቢ በሚገኘዉ የምርምር ማዕከል፣ እየተሰጠ ባለዉ ስልጠና ላይ በአፍሪካ ቀንድ የኢትዮጵያ አጎራባች ከሆኑት ሰሜን እና ደቡብ የመን እንዲሁም ከፑንት ላንድ እና ከሱማሊያ ፌዴራላዊ ሪፐብሊክ የመጡ የጤናዉ ዘርፍ ባለሙያዎች በመሳተፍ ላይ ናቸዉ፡፡
የትሮፒካልና ተላላፊ በሽታዎች ምርምር ማዕከል ሀላፊ ፕሮፌሰር ድልነሳዉ የኋላዉ እንደገለጹት የስልጠናዉ አላማ በወባ አምጪ ተህዋሲያን ዙሪያ በላቀ ቴክኖሎጂ የታገዘ እዉቀት እና ዘመናዊ ክህሎቶችን መስጠት ነዉ ብለዋል፡፡
እንደ ፕሮፌሰር ድልነሳዉ ገለፃ በኢትዮጵያ ከ47 በላይ የትንኝ ዝርያዎች ሲኖሩ ከነዚህ ዉስጥ 5ቱ ብቻ የወባ ተሕዋስ አስተላላፊ ናቸዉ፡፡
ስልጠናዉ በንድፈ-ሀሳብ እና በተግባር ተደግፎ የሚሰጥ ሲሆን ማዕከሉ አስፈላጊ የሆኑ ዘመናዊ የምርምር ቁሳቁሶችን የያዘና ለሌሎች የአፍሪካ ሀገራትም የስልጠና እና መሰል አገልግሎቶችን ሊሰጥ የሚችል መሆኑ ተገልፅዋል፡፡
ስልጠናዉ በጅማ ዩኒቨርሲቲ ትሮፒካል እና ተላላፊ በሽታዎች ምርምር ማዕከል እና AHRI ከአለም ጤና ድርጅት፣ WHO EMRO እንዲሁም ከPMI ጋር በመተባበር ያዘጋጁት ሲሆን ለቀጣዮቹ ሶስት ቀናት የሚቆይ ነው፡፡
Yunvarsiitiin Jimmaa biyyoota naannawa Gaanfa Aaafrikaatiiff leenjii kenne.
Yunvarsiitii Jimmaa, Hagayya12, 2013
************************************
Leenjichi wirtuu qorannoo dhibeewwan tiroopikaalii fi daddarboo Yunvarsiitii Jimmaatti bookewwan dhibee busaa dabarsan wajjin walqabatee hubannoo tuujii kennuuf kan gargaarudha jedhame.
Wirtuu qorannoo leenjii Aanaa Sokorruu naannawa hidha Gigilgil Gibeetti kennamaa jiru irratti ogeessoonni fayyaa biyyoota Gaanfa Aafrikaa, ollaa Itoophiyaa ta’an kan akka Kaabaa fi Kibba Yaman, Puuntlaandii fi Rippaabiliikiii Federaalawaa Somaaliyaa irraa dhuafan hirmaachaa jiru.
Ittigaafatamaan wirtuu qorannoo dhibeewwan tiroopikaalii fi daddarboo, Piroofeesar Dilnassawu Yahuwaalawu akka ibsanitti, kaayyoon leenjichaa ilbiisota dhibee busaa fidan ilaalchisee beekkumsa teeknoolojiin deeggaramee fi dandeettii ammayyaa kennuudha jedhame. Akka ibsa Piroofeesar Dilnassawutti Itoophiyaatti sanyiiwwan ilbiisotaa 47 yoo jiraatan isaan keessaa 5 dhibee busaa daddabarsu.
Leenjiin yaadrimee fi gochaan deeggaramee kan laatamu yoo ta’u wirtichi meeshaalee qorannoo ammayyaa barbaachisan kan qabatee fi biyyoota Aafrikaa birootifis leenjii fi tajaajila walfakkaataa kan kennuu danda’u ta’uunsaas ibsameera.
Leenjichi walta’iinsa Yunvarsiitii Jimmaa fi AHRI kan kan qindaa’e yoo ta’u, dhaabbata fayyaa addunyaa (WHO), ERMO fi PMI kan deeggarameedha. Leenjin kun guyyoota sadan ittaananiif kan ittifufuudha.